Lammummaa akka hariiroo mootummaa fi nama dhuunfaa, miseensummaa, mirga, dirqama, hirmaannaa siyaasaa fi hawaas-dinagdee ibsa; yaad-rimeewwan normative fi empirical adda baasa.